LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 2
  • Sadaasa 1-7

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 1-7
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 2

Sadaasa 1-7

IYYAASUU 18-19

  • Faarfannaa 12 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Mala Gaarii Yihowaan Laficha Itti Hihhire”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iya 18:1-3—Israaʼelonni naannoo dhiha Yordaanositti argamu qabachuu irratti wanti akka harkifatan godhe maal taʼuu dandaʼa? (it-1-E 359 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 18:1-14 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Misiraachoo—Fr 37:10, 11 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis Masaraa Eegumsaa Lakk. 2 2021 kenni. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 76

  • “Jaalala Keessaniif Yihowaa ni Galateeffanna”: (Daq. 15) Jaarsa gumiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Yeroo Hunda Waaʼee Keessaniif Waaqayyoon Ni Galateeffanna’ jedhamu taphachiisi. Mata duree jw.org irratti walitti aansee baʼuu fi “Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa kan Jiru Akkamitti?” jedhu irraa yaada tokko ykn lama dubbadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 15 key. 15-17 fi saanduqa 15A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 122 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi