Sadaasa 22-28
ABBOOTII MURTII 1-3
Faarfannaa 126 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Seenaa Ija Jabinaa fi Gamnummaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Abo 2:10-12—Yaanni kun fakkeenya akeekkachiisaa kan nuuf taʼu akkamitti? (w05-AM 1/15 24 key. 7)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 3:12-31 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
“Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Kadhannaadhaan Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa—Kadhannaa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 02 seensaa fi qabxii 1-3 (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Michuu Yihowaa Taʼi—Tajaajilaaf Akka Gaariitti Qophaaʼi: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan dandaʼamu yoo taʼe, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite muraasa gara waltajjiitti affeeriitii gaaffiiwwan armaan gadii isaan gaafadhu: Tajaajilaaf qophaaʼuu kan dandeenyu akkamitti? Akkaataan itti of miidhagsinuu fi uffannaan keenya qulqulluu fi seera qabeessa akka taʼu gochuu kan dandeenyu akkamitti? Tajaajila irratti amala gaarii argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?
“Yaada Gaarii Walgaʼii Tajaajila Dirree Buʼaa Qabeessa Taʼe Gochuuf Gargaaru”: (Daq. 10) Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Walgaʼiin tajaajila dirree jalqabuu isaa dura achi gaʼuun isaanii barbaachisaa kan taʼe maaliif akka taʼe dhaggeeffattoota gaafadhu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 16 key. 9-13 fi saanduqa 16A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 29 fi Kadhannaa