LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 5
  • Sadaasa 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 5

Sadaasa 15-21

IYYAASUU 23-24

  • Faarfannaa 50 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iya 24:2—Taaraa inni abbaa Abrahaam taʼe nama waaqolii tolfamoo waaqeffatu turee? (w04-AM 12/1 12 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 24:19-33 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 20)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 01 “Maal Baratte?,” “Irra Deebii” fi “Galma” (th qoʼannaa 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 28

  • Bakka Hojiitti Hiriyummaa Gadhee Irraa Fagaadhaa: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wantoota Amanamummaa Mancaasan Irraa Fagaadhaa—Hiriyummaa Gadhee jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Bakka hojiitti hiriyummaa gadheen obboleettii keenya irratti dhiibbaa akkamii geessise? Jijjirama akkamii goote? Kun hoo kan ishii gargaare akkamitti? Hiriyummaa gadhee irraa fagachuu ilaalchisee viidiyoo kana irraa maal barattan?

  • Iddoo hin Yaadamne Irraa Michoota Argachuu: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Akiil mana barumsaatti hiriyummaa gadhee akka jalqabu wanti isa godhe maali dha? Gumii keessaa michuu gaarii kan argate akkamitti? Michuu gaarii argachuu ilaalchisee viidiyoo kana irraa maal barattan?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 16 key. 1-8 fi viidiyoo beeksisaa

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 39 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi