Sadaasa 8-14
IYYAASUU 20-22
Faarfannaa 120 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Barumsa Dogoggoraan Wal Hubachuu Irraa Argamu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iya 21:43, 44—Kanaʼaanonni hedduun kan hin injifatamnee fi toʼannaa Israaʼelotaa jala kan hin galle taʼanis yaanni caqasa kana irra jiru kan raawwatame akkamitti? (it-1-E 402 key. 3)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 20:1–21:3 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kitaaba Qulqulluu—Mul 21:3, 4 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 15 key. 18-23
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 121 fi Kadhannaa