LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 12
  • Muddee 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 12

Muddee 13-19

ABBOOTII MURTII 8-9

  • Faarfannaa 125 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gad of Qabuun Koora Irra ni Wayya”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Abo 8:27—Giidewon efuudii tolchee sana waaqeffateeraa? (it-1-E 753 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 8:28–9:6 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 9)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 20)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 02 qabxii 4⁠ffaa (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 108

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 5) Viidiyoo jiʼa Muddeetiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 17 key. 9-14

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 22 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi