LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Dhaala Simiʼoon (1-9)

      • Dhaala Zaabiloon (10-16)

      • Dhaala Yisaakor (17-23)

      • Dhaala Asheer (24-31)

      • Dhaala Niftaalem (32-39)

      • Dhaala Daan (40-48)

      • Dhaala Iyyaasuu (49-51)

Iyyaasuu 19:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:6
  • +Uma 46:10
  • +Uma 49:5, 7

Iyyaasuu 19:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 21:31; 26:32, 33; Iya 15:21, 28
  • +Iya 15:21, 26; 1Se 4:28-31

Iyyaasuu 19:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:21, 28
  • +Iya 15:20, 29

Iyyaasuu 19:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:21, 30

Iyyaasuu 19:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:21, 31; 1Sa 27:6

Iyyaasuu 19:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:21, 32

Iyyaasuu 19:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:20, 42; 1Se 4:24, 32; 6:59, 64

Iyyaasuu 19:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    11/2021, ful. 2

Iyyaasuu 19:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:6
  • +Uma 49:13

Iyyaasuu 19:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “laga gogaa.”

Iyyaasuu 19:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:27, 28

Iyyaasuu 19:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 14:25

Iyyaasuu 19:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 12:7, 20
  • +Abo 12:8

Iyyaasuu 19:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:27

Iyyaasuu 19:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 33:54
  • +Uma 49:14

Iyyaasuu 19:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:16; Abo 6:33; 1Mo 21:1
  • +1Sa 28:4; 1Mo 1:3; 2Mo 4:8

Iyyaasuu 19:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:8, 29

Iyyaasuu 19:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 4:6

Iyyaasuu 19:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:25

Iyyaasuu 19:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:55; Iya 18:6
  • +Uma 49:20

Iyyaasuu 19:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:8, 31

Iyyaasuu 19:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 18:19

Iyyaasuu 19:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 10:15; Abo 1:31

Iyyaasuu 19:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:11; 1Mo 5:1

Iyyaasuu 19:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:31
  • +Iya 21:8, 31

Iyyaasuu 19:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:47

Iyyaasuu 19:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:55; Iya 18:6

Iyyaasuu 19:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 4:11

Iyyaasuu 19:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:32

Iyyaasuu 19:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:10; Abo 4:2; 1Sa 12:9

Iyyaasuu 19:37

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 20:7

Iyyaasuu 19:38

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:33

Iyyaasuu 19:39

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:50

Iyyaasuu 19:40

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:6
  • +Uma 49:17

Iyyaasuu 19:41

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:20, 33; Abo 13:2

Iyyaasuu 19:42

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:35
  • +Iya 10:12; 21:8, 24

Iyyaasuu 19:43

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 14:1
  • +Iya 15:20, 45

Iyyaasuu 19:44

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:8, 23

Iyyaasuu 19:45

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:8, 24

Iyyaasuu 19:46

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yon 1:3; HoE 9:36

Iyyaasuu 19:47

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:54; 33:54
  • +Abo 18:7
  • +Abo 18:29

Iyyaasuu 19:50

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 24:29, 30

Iyyaasuu 19:51

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:1, 8
  • +Abo 21:19; Er 7:12
  • +Lak 34:17; Iya 14:1

Yaada Wal Simu

Iya. 19:1Iya 18:6
Iya. 19:1Uma 46:10
Iya. 19:1Uma 49:5, 7
Iya. 19:2Uma 21:31; 26:32, 33; Iya 15:21, 28
Iya. 19:2Iya 15:21, 26; 1Se 4:28-31
Iya. 19:3Iya 15:21, 28
Iya. 19:3Iya 15:20, 29
Iya. 19:4Iya 15:21, 30
Iya. 19:5Iya 15:21, 31; 1Sa 27:6
Iya. 19:6Iya 15:21, 32
Iya. 19:7Iya 15:20, 42; 1Se 4:24, 32; 6:59, 64
Iya. 19:9Abo 1:3
Iya. 19:10Iya 18:6
Iya. 19:10Uma 49:13
Iya. 19:12Iya 21:27, 28
Iya. 19:132Mo 14:25
Iya. 19:15Iya 12:7, 20
Iya. 19:15Abo 12:8
Iya. 19:16Lak 26:27
Iya. 19:17Lak 33:54
Iya. 19:17Uma 49:14
Iya. 19:18Iya 17:16; Abo 6:33; 1Mo 21:1
Iya. 19:181Sa 28:4; 1Mo 1:3; 2Mo 4:8
Iya. 19:21Iya 21:8, 29
Iya. 19:22Abo 4:6
Iya. 19:23Lak 26:25
Iya. 19:24Lak 26:55; Iya 18:6
Iya. 19:24Uma 49:20
Iya. 19:25Iya 21:8, 31
Iya. 19:261Mo 18:19
Iya. 19:28Uma 10:15; Abo 1:31
Iya. 19:292Sa 5:11; 1Mo 5:1
Iya. 19:30Abo 1:31
Iya. 19:30Iya 21:8, 31
Iya. 19:31Lak 26:47
Iya. 19:32Lak 26:55; Iya 18:6
Iya. 19:33Abo 4:11
Iya. 19:35Iya 21:32
Iya. 19:36Iya 11:10; Abo 4:2; 1Sa 12:9
Iya. 19:37Iya 20:7
Iya. 19:38Abo 1:33
Iya. 19:39Lak 26:50
Iya. 19:40Iya 18:6
Iya. 19:40Uma 49:17
Iya. 19:41Iya 15:20, 33; Abo 13:2
Iya. 19:42Abo 1:35
Iya. 19:42Iya 10:12; 21:8, 24
Iya. 19:43Abo 14:1
Iya. 19:43Iya 15:20, 45
Iya. 19:44Iya 21:8, 23
Iya. 19:45Iya 21:8, 24
Iya. 19:46Yon 1:3; HoE 9:36
Iya. 19:47Lak 26:54; 33:54
Iya. 19:47Abo 18:7
Iya. 19:47Abo 18:29
Iya. 19:50Iya 24:29, 30
Iya. 19:51Iya 18:1, 8
Iya. 19:51Abo 21:19; Er 7:12
Iya. 19:51Lak 34:17; Iya 14:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
  • 48
  • 49
  • 50
  • 51
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 19:1-51

Iyyaasuu

19 Achiis carraan inni lammaffaan+ Simiʼooniif, jechuunis gosa Simiʼooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhaalli isaaniis dhaala Yihudaa gidduutti argama ture.+ 2 Dhaalli isaanii kana ture: Ber Sheebaa+ fi Sheebaa, Molaadaa,+ 3 Hazaar Shuʼaal,+ Baalaa, Eezem,+ 4 Eeltoolaad,+ Beetul, Hoormaa, 5 Siqlaag,+ Beet Maarkaaboot, Hazaar Suusaa, 6 Beet Lebaaʼotii+ fi Shaaruheen; magaalota 13 fi gandeen isaanii; 7 Aayin, Rimoon, Eetarii fi Ashaan;+ magaalota afurii fi gandeen isaanii; 8 akkasumas gandeen naannoo magaalota kanaatti argaman hundumaa hamma Baʼaalaat Beʼeeritti, jechuunis hamma Raamaa ishii kibbaatti. Dhaalli gosti Simiʼoon akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture. 9 Qoodni Yihudaa waan isaanitti baayʼateef, dhaalli sanyii Simiʼoon kan fudhatame isa Yihudaadhaaf carraadhaan kenname irraa ture. Kanaafuu, dhaala isaanii gidduutti sanyii Simiʼooniif dhaalli ni kenname.+

10 Achiis carraan inni sadaffaan+ sanyii Zaabilooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe; daangaan dhaala isaaniis hamma Saariiditti ni fagaata. 11 Daangaan isaanii kallattii dhihaatiin gara Maareʼaalitti ol baʼee, Daabesheet bira, achiis sulula* fuullee Yoqneʼaamitti argamu bira gaʼa. 12 Achiis Saariid irraa kaʼee kallattii bahaatiin gara baha biiftuutti, gara daangaa Kisloot Taaboritti qajeelee, gara Daaberaatitti+ erga achi baʼee booda gara Yaafiʼaatti ol baʼa. 13 Achii kaʼees kallattii bahaatiin gara baha biiftuutti, gara Gaat Hefeer,+ gara Iit Kaaziinitti erga qajeelee booda, gara Rimoonitti achi baʼee hamma Niʼaatti fagaata. 14 Achiis daangaan sun kallattii kaabaatiin isatti naannaʼee gara Hanaatonitti qajeeluudhaan Sulula Iftaa Eel biratti dhaabbata; 15 akkasumas Qaataat, Nahaalaal, Shimroon,+ Yidaalaa fi Beetaliheem;+ magaalota 12 fi gandeen isaanii. 16 Dhaalli sanyiin Zaabiloon akka maatii maatii isaaniitti+ argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.

17 Carraan inni arfaffaan+ Yisaakoriif,+ jechuunis sanyii Yisaakoriif akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. 18 Daangaan isaanii hamma Yezriʼel,+ Kesuulot, Shunaam,+ 19 Hafaaraayim, Shiʼoon, Anaahaaraat, 20 Raabit, Qiishiyon, Ebeez, 21 Remeet, Een Gaaniim,+ Een Haadaa fi Beet Paazez ture. 22 Daangaan sun hamma Taabor,+ Shahaazumaa fi Beet Sheemeshitti kan fagaatu yeroo taʼu, dhumni daangaa isaanii Yordaanos ture; magaalota 16 fi gandeen isaanii. 23 Magaalonnii fi gandeen isaanii warri akka maatii maatii isaaniitti dhaala gosa Yisaakor+ taʼan kanneen kana turan.

24 Achiis carraan inni shanaffaan+ sanyii Asheeriif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. 25 Daangaan isaanii Helqaat,+ Halii, Beteen, Akshaaf, 26 Alaamelek, Amaadii fi Mishaal ture. Daangaan sun kallattii dhihaatiin hamma Qarmeelosii+ fi hamma Shihoor Libnaatitti kan fagaatu yeroo taʼu, 27 achiis kallattii bahaatiin duubatti deebiʼee gara Beet Daagonitti qajeelee, hamma Zaabiloonii fi kallattii kaabaatiin hamma Sulula Iftaa Eel, hamma Beet Emeeqii fi hamma Nayʼelitti deema; achiis karaa bitaatiin hamma Kaabuul, 28 akkasumas hamma Ebroon, Rehoob, Hamoonii fi Qaanaatti, achiis hamma Siidoon Guddittiitti+ fagaata. 29 Achiis daangaan sun gara Raamaatti deebiʼee hamma magaalaa Xiiros+ ishii dallaa dhagaa qabduutti fagaata. Achiis gara Hosaatti deebiʼee galaana isa naannoo Akziib, 30 Uumaa, Afeeqii+ fi Rehoob+ keessatti argamu biratti dhaabbata; magaalota 22 fi gandeen isaanii. 31 Dhaalli gosti Asheer akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture.+ Magaalonnii fi gandeen isaanii kanneen kana turan.

32 Carraan inni jaʼaffaan+ Niftaalemiif, jechuunis sanyii Niftaalemiif akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. 33 Daangaan isaanii Heleef irraa, muka guddaa Zaʼaanaaniim+ keessa jiru irraa, akkasumas Adaamii Neqeebii fi Yaabneʼel irraa hamma Laaqum gaʼee Yordaanos biratti dhaabbata. 34 Daangaan sun gara dhihaatti duubatti deebiʼee gara Aznoot Taaboritti qajeela; achii kaʼees gara Huqooqitti deemee kallattii kibbaatiin Zaabiloon, kallattii dhihaatiin Asheer, kallattii bahaatiin immoo Yihudaa ishii Yordaanos biratti argamtu bira gaʼa. 35 Magaalonni dallaa dhagaa qaban kanneen kana turan: Zidiim, Zeer, Hamaat,+ Raaqaat, Kinereet, 36 Adaamaa, Raamaa, Hazoor,+ 37 Qeedesh,+ Edraay, Een Hazoor, 38 Yiroon, Migdaal Eel, Hoorem, Beet Aanaatii fi Beet Sheemesh;+ magaalota 19 fi gandeen isaanii. 39 Magaalonnii fi gandeen isaanii warri akka maatii maatii isaaniitti dhaala gosa Niftaalem+ taʼan kanneen kana turan.

40 Carraan torbaffaan+ akka maatii maatii isaaniitti gosa Daaniif+ ni baʼe. 41 Daangaan dhaala isaanii Zoraa,+ Eeshtaaʼol, Iir Shemeesh, 42 Shaʼaalaabiin,+ Ayiloon,+ Yitlaa, 43 Eloon, Timnaa,+ Eqroon,+ 44 Eelteeqee, Gibetoon,+ Baʼaalaat, 45 Yehuud, Bene Beraaq, Gaat Rimoon,+ 46 Mee Yaarqoonii fi Raaqoon ture; daangaan isaas Yoophee+ fuuldura ture. 47 Haa taʼu malee, naannoon Daan baayʼee waan isaanitti dhiphateef,+ isaan ol baʼanii Lesheemiin+ waraananii qabatan; achiis goraadeedhaan ishii rukutan. Sana booda dhaalaan fudhachuudhaan ishii keessa buufatan; maqaa Lesheemis Daan jedhanii maqaa abbaa isaaniitiin moggaasan.+ 48 Dhaalli gosti Daan akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.

49 Akka kanaan, biyyattii akka naannoowwan ishiitti akka dhaalaatti hiruu isaanii ni xumuran. Achiis Israaʼelonni gidduu isaaniitti Iyyaasuu ilma Nuuniif dhaala ni kennan. 50 Isaan akka ajaja Yihowaatti naannoo gaarotaa Efreem keessatti magaalaa inni gaafate, jechuunis Timnaat Seeraa+ isaaf ni kennan; innis magaalattii ijaaree ishii keessa jiraate.

51 Dhaalawwan Eleʼazaar lubichi, Iyyaasuun ilmi Nuunii fi dura buutonni manneen abbootii gosoota Israaʼel karra dunkaana walgaʼii+ biratti Shiiloo+ keessatti Yihowaa duratti carraadhaan hihiran+ kanneen kana turan. Akka kanaan isaan biyyattii hihiruu isaanii ni xumuran.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi