-
Iyyaasuu 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.
-
-
Iyyaasuu 21:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Ayiloon+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Gaat Rimoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.
-