LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 28:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Filisxeemonni walitti qabamanii dhaqanii Shunaam+ keessa buufatan. Saaʼolis Israaʼelota hundumaa walitti qabe; isaanis Gilboʼaa+ keessa buufatan.

  • 1 Mootota 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaanis guutummaa naannoo Israaʼel keessaa shamarree bareedduu barbaadanii Abishaag+ Shunaamittii+ argatan; gara mootichaattis ishii fidan.

  • 2 Mootota 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Gaaf tokko Eelsaaʼi gara Shunaam+ ni dhaqe; dubartiin beekamtuun tokkos achi jirti turte; ishiinis ishii biraa nyaata akka nyaatu isa kadhatte.+ Innis yeroo achiin darbu hundatti, nyaata nyaachuuf achitti gora ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi