LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 31:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Filisxeemonni Israaʼelotaa wajjin wal waraanaa turan.+ Namoonni Israaʼelis Filisxeemota duraa ni baqatan; baayʼeen isaanii Gaara Gilboʼaa+ irratti ni ajjeefaman.

  • 2 Saamuʼel 1:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Isin gaaronni Gilboʼaa,+

      Fixeensi isin irratti hin buʼin yookiin bokkaan isin irratti hin roobin;

      Maasiiwwan keessanis buusii qulqulluu hin argamsiisin;+

      Sababiin isaas, achi irratti gaachanni namoota jajjaboo xuraaʼeera,

      Gaachanni Saaʼolis kana booda zayitii hin dibamu.

  • 2 Saamuʼel 21:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu, Daawit dhaqee lafee Saaʼolii fi lafee ilma isaa Yonaataan geggeessitoota* Yaabeesh Giiliyaad+ irraa fudhate; namoonni kun yeroo Filisxeemonni Gilboʼaa+ keessatti Saaʼoliin itti ajjeesanitti, addabaabayii Beet Shaan bakka Filisxeemonni itti isaan fannisan irraa hatanii isaan fudhatanii turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi