Iyyaasuu 19:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Carraan inni arfaffaan+ Yisaakoriif,+ jechuunis sanyii Yisaakoriif akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. 18 Daangaan isaanii hamma Yezriʼel,+ Kesuulot, Shunaam,+ 2 Mootota 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Gaaf tokko Eelsaaʼi gara Shunaam+ ni dhaqe; dubartiin beekamtuun tokkos achi jirti turte; ishiinis ishii biraa nyaata akka nyaatu isa kadhatte.+ Innis yeroo achiin darbu hundatti, nyaata nyaachuuf achitti gora ture.
17 Carraan inni arfaffaan+ Yisaakoriif,+ jechuunis sanyii Yisaakoriif akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. 18 Daangaan isaanii hamma Yezriʼel,+ Kesuulot, Shunaam,+
8 Gaaf tokko Eelsaaʼi gara Shunaam+ ni dhaqe; dubartiin beekamtuun tokkos achi jirti turte; ishiinis ishii biraa nyaata akka nyaatu isa kadhatte.+ Innis yeroo achiin darbu hundatti, nyaata nyaachuuf achitti gora ture.