LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 6
  • Amajjii 18-24

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 18-24
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 6

Amajjii 18-24

LEEWWOTA 22-23

  • Faarfannaa 86 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ayyaanonni Yeroo Murtaaʼetti Kabajaman Nuuf Hiika Akkamii Qabu?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 22:21, 22—Amanamummaan Yihowaadhaaf qabnu guutuu taʼuu kan qabu maaliifi? (w19.02 3 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lew 23:9-25 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barruu gaaffii nama haasofsiifamu sanaaf deebii kennu tokko kenni. (th qoʼannaa 13)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 9)

  • Haasaa: (Daq. 5) w07-AM 7/15 26—Mata Duree: Firiiwwan Jalqabaa Garbuu Gara Iddoo Qulqulluutti Fidaman kan Walitti Qabu Eenyu Ture? (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 87

  • “Walgaʼiiwwan Guguddaa Waggaa Waggaadhaan Godhannu Carraa Jaalala Itti Argisiisnu Nuuf Banu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo “Jaalalli Matumaa hin Badu”! Walgaʼiiwwan Biyyoolessaa jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 3 key. 11-20

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 9 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi