LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 6
  • Bitootessa 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 6

Bitootessa 22-28

LAKKOOFSA 13-14

  • Faarfannaa 118 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Amantiin Ija Jabeeyyii kan Nu Godhu Akkamitti?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 13:27—Gabaasni basaastonni fidan amantii Israaʼelonni Yihowaa irratti qaban cimsuu qaba ture kan jennu maaliifi? (Lew 20:24; it-1-E 740)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 13:1-20 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Haasaa: (Daq. 5) w15 9/15 14-16 key. 8-12—Mata Duree: Gaaffiiwwan Amantii Keenya Qoruuf Of Gaafachuu Dandeenyu. (th qoʼannaa 14)

  • “Gammachuu Tajaajila Irraa Argattan Guddifadhaa—Gaaffii Gaafadhaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Gaaffii Gaafachuudhaan jedhamu taphachiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 73

  • Kiristiyaanonni Dhugaan Ija Jabinni kan Isaan Barbaachisu Maaliifi?—Lallabuuf: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis dhaggeeffattoota gaaffiiwwan kana gaafadhu: Kiitii Keeliin haala akkamii wajjin qabsoo gochaa turte? Ija jabina guddifachuuf wanti ishii gargaare maali dha? Ija jabina qabaachuu ishiitiin eebbawwan akkamii argatte?

  • Kiristiyaanonni Dhugaan Ija Jabinni kan Isaan Barbaachisu Maaliifi?—Siyaasa Irraa Walaba Taʼanii Itti Fufuuf: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis dhaggeeffattoota gaaffiiwwan kana gaafadhu: Aayeengee Nisluun haala rakkisaa akkamiitu isa mudate? Ija jabeessa taʼee itti fufuu akka dandaʼuuf maal godhe? Maal hubachuu isaatu Yihowaatti amanamuuf isa gargaare?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 6 key. 14-19

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 143 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi