LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 15
  • Michoota Keessan Ogummaadhaan Filadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Michoota Keessan Ogummaadhaan Filadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Haalli Rakkisaan Yeroo Uumamu Akkuma Fiinehaas Gochuu Dandeessuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Michoota Kee Ogummaadhaan Filadhu
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Namni Tokko Jijjiirama Fiduu Dandaʼaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Michoota Waaqayyoon Jaallatan Filadhu
    Jaalala Waaqayyoo Keessa Jiraadhaa
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 15
Dubartoonni Moʼaab akka isaanii wajjin taʼan dhiirota Israaʼel affeeraa jiru.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Michoota Keessan Ogummaadhaan Filadhaa

Wanti gammoojjii Moʼaab irratti Israaʼelota mudate Kiristiyaanotaaf fakkeenya akeekkachiisaa taʼa. (1Qo 10:6, 8, 11) Israaʼelonni dubartoota Moʼaab warra halalummaa raawwatanii fi waaqolii tolfamoo waaqeffatanitti michoomuun isaanii dogoggora cimaa raawwachuutti isaan geesseera. Kunis miidhaa guddaa geessiseera. (Lak 25:9) Yeroo harʼaattis namoonni wajjin hojjennu, ijoolleen wajjin barannu, olloonni keenya, firoonni keenyaa fi namoonni beeknu kaan hedduun Yihowaa hin waaqeffatan. Balaa namoota akkasiitti michoomuun qabu ilaalchisee seenaa Kitaaba Qulqulluu kana irraa maal baranna?

VIIDIYOO FAKKEENYA AKEEKKACHIISAA BARA KEENYAAF TAʼU—GABAABFAMEE KAN FUDHATAME JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa viidiyoo ‘Fakkeenya Akeekkachiisaa Bara Keenyaaf Taʼu—Gabaabfamee kan Fudhatame’ jedhamu irraa fudhatame. Zimriin Yaamiinii fi namoota kaanitti waaʼee dubartoota Moʼaab himaa jira.

    Zimriinii fi namoonni kaan yaada dogoggoraa akkamii Yaamiinitti himaniiru?

  • Suuraa viidiyoo ‘Fakkeenya Akeekkachiisaa Bara Keenyaaf Taʼu—Gabaabfamee Kan Fudhatame’ jedhamu irraa fudhatame. Finahaas haala isaa Yaamiiniif ibsaa jira.

    Finahaas ilaalcha sirrii akka qabaatu Yaamiiniin kan gargaare akkamitti?

  • Nama hin amanneetti gaarummaa argisiisuu fi michuu isaa taʼuu gidduu garaagarummaa akkamiitu jira?

  • Gumii keessatti illee michoota itti dhihaannu yeroo filannutti of eeggannoo gochuu kan qabnu maaliifi?

  • Weebsaayitii hawaasaa irratti garee namoota qaamaan wal hin beekne qabate keessatti ergaa walii barreessuu irraa fagaachuu kan qabnu maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi