LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 14
  • Namni Tokko Jijjiirama Fiduu Dandaʼaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Namni Tokko Jijjiirama Fiduu Dandaʼaa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Saba Isaa kan Geggeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • “Ani . . . Dhaala Kee Ti”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Abaarsa Gara Eebbaatti Jijjiira
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Amantiin Ija Jabeeyyii kan Nu Godhu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 14

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Namni Tokko Jijjiirama Fiduu Dandaʼaa?

Moʼaabonni Israaʼelota qoruudhaan gocha dogoggoraa akka raawwatan godhaniiru (Lak 25:1, 2; lvs 118 key. 1-2)

Israʼelonni amanamoo taʼuu dhiisuun isaanii fi ofittoo taʼuun isaanii dheekkamsa Yihowaa fideera (Lak 25:3-5; lvs 119 key. 4)

Yihowaan tarkaanfii ija jabinaa namni tokko fudhateen kan kaʼe dheekkamsa isaa dhiiseera (Lak 25:6-11)

Obboleettiin dargaggeettiin takka birooshura ‘Madda Jireenyaa’ jedhamutti fayyadamtee ijoollee daree ishiitiif gabaasa dhiheessaa jirti. Barattuun takka harka baasaa jirti.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Ejjennoo addaa qabaachuuf ija jabina argisiisuun kan na barbaachisu haalawwan akkamii keessatti dha?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi