LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 6
  • Amantiin Ija Jabeeyyii kan Nu Godhu Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amantiin Ija Jabeeyyii kan Nu Godhu Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Rahaab Gaaddota Dhoksite
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • “Jiraattota Biyyattii Hundumaa Of Duraa Ariʼaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gaaddota Kudha Lamaan
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Namni Tokko Jijjiirama Fiduu Dandaʼaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 6
Iyyaasuu fi Kaaleb damee guddaa firii wayinii walitti tuutaʼe qabu basaastota kaanitti argisiisaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Amantiin Ija Jabeeyyii kan Nu Godhu Akkamitti?

Basaastonni oduu gaarii hin taane fidanii dhufan amantii hin qaban turan (Lak 13:31-33; 14:11)

Basaastonni kurnan amantii dhabuun isaanii obboloonni isaanii abdii akka kutatan godheera (Lak 14:1-4)

Basaastonni ija jabeeyyii taʼuu isaanii argisiisan amantii cimaa qabu turan (Lak 14:6-9; w06 10/1 15-16 key. 5-6)

Israaʼelonni sana dura iyyuu gochawwan Yihowaan isaan fayyisuuf raawwate arganiiru. Kun Yihowaan Kanaʼaaniin akka injifatan akka isaan gargaaru amantiin qaban akka cimu gochuu qaba ture.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi