LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 12
  • Yihowaan Abaarsa Gara Eebbaatti Jijjiira

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Abaarsa Gara Eebbaatti Jijjiira
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Tajaajila Leewwotaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Barumsa Buufata Israaʼel Irraa Argannu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Saba Isaa kan Geggeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gungumuu Irraa Fagaachuu kan Qabnu Maaliifi?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 12
Obboleettonni lama dubartii balaa uumamaa booda mana ishii isa jijjigaadhaan guutame qulqulleessaa jirtu takkaaf lallabaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Abaarsa Gara Eebbaatti Jijjiira

Moʼaabonni karaa Israaʼelota itti miidhan barbaadaa turan (Lak 22:3-6)

Yihowaan saba isaa eeguuf tarkaanfii fudhateera (Lak 22:12, 34, 35; 23:11, 12)

Eenyu iyyuu Yihowaa mormee milkaaʼina argachuu hin dandaʼu (Lak 24:12, 13; bt-AM 53 key. 5; it-2-E 291)

Ariʼatamaa fi balaa dabalatee wanti kam iyyuu misiraachichi akka fedhii Waaqayyootti akka hin lallabamne dhowwuu hin dandaʼu. Rakkinni dhuunfaa yeroo nu mudatutti illee, Abbaa keenya isa samiitti amanamnee waaqeffannaa isaatiif dursa kennuu keenya itti fufnaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi