LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 12
  • Waxabajjii 14-20

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 14-20
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 12

Waxabajjii 14-20

KEESSA DEEBII 5-6

  • Faarfannaa 134 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Kes 5:21—Seerri sassata irraa fagaachuu ilaalchisee kenname maal nu barsiisa? (w19.02 22 key. 11)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 5:1-21 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri, akkasumas viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi. (th qoʼannaa 9)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Akkuma haala nama haasofsiistuuf taʼutti akkaataa dhiheenyaa kee jijjiiri; caqasa haala isaatiif taʼu isa affeeri. (th qoʼannaa 12)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 9 key. 6-7 (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 105

  • “Maatii Keessatti Jaalala Argisiisaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Maatii Keessan Keessatti Jaalala hin Badne Argisiisaa jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 9 key. 27-32, saanduqa 9C fi 9D

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 111 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi