LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 12
  • Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaa Akka hin Gaddisiisne Sodaa Sirrii Qabaadhu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Barumsa Warri Maanoʼaa fi Haadha Manaa Isaa Irraa Argachuu Dandaʼan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Seerawwan Yihowaa Ogummaa kan Qabanii fi Haqa Qabeeyyii Dha
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 12

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa

Warri jaalala Yihowaadhaaf qaban guddifachuu qabu (Kes 6:5; w05-AM 6/15 20 key. 11)

Ijoollee isaaniitiif fakkeenya gaarii taʼuu qabu (Kes 6:6; w07-AM 5/15 15-16)

Yeroo hunda waaʼee Yihowaa ijoollee isaanii barsiisuu qabu (Kes 6:7; w05-AM 6/15 21 key. 14)

Ijoolleen keessan Yihowaa fi dhugaawwan buʼuuraa isaa akka jaallatan gargaaruuf, Waaqeffannaa maatii dabalatee yeroowwan akkamitti fayyadamuu dandeessu?

Abbaa fi ilmi tokko xiyyaara waraqataan hojjetamu hojjechaa jiru. Duuba isaaniitiin mata dureewwan waaʼee simbirrootaa dubbatuu fi ‘Qaamni kana tolche jira?’ jedhu jalatti baʼan ni mulʼatu.
Abbaan sun yeroo intalli isaa muka appilii fakkii kaastee halluu dibdutti ishii haasofsiisaa jira. Appilii fuuldura isaanii jiru irratti quba qabaa jira.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi