LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 12
  • Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Garaa Guutuudhaan Carraaqqii Gochuun Eebba Hedduu Argamsiisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Obsi Yihowaa Daangaa Qaba
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 12
Raabshaaqichii fi loltuun tokko dallaa Yerusaalemii ala dhaabbatanii jiru. Raabshaaqichi ulee mootummaatiin mallattoo kennaa haasaʼaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?

Mormitoonni keenya obboloota dura buutota taʼan ilaalchisee soba dubbachuudhaan abdii nu kutachiisuuf yaalu (2Mo 18:19-21; w05-AM 8/1 11 key. 5)

Waaʼee Yihowaa ykn waaʼee jaarmiyaa isaa odeeffannoo sobaa babalʼisuudhaan nu dogoggorsuuf yaalu (2Mo 18:22, 25; w10 7/15 13 key. 3)

Waadaa sobaa nuu galuudhaan nu qoruuf yaalu (2Mo 18:31, 32; w13 11/15 19 key. 14; yb74-E 177 key. 1)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yeroo ariʼatamni narra gaʼu of jabeessuuf amma tarkaanfilee akkamiin fudhachuu dandaʼa?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi