LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 10
  • Obsi Yihowaa Daangaa Qaba

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Obsi Yihowaa Daangaa Qaba
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Dubartii Hamtuun Aangoo Argachuuf Hawwitu ni Adabamte
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Miira Ariitii Qabaadhaa Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 10
Yesuusii fi raayyaan isaa inni samii farda adiirra taaʼanii diinota Waaqayyoo lafarra jiran balleessuuf gulufaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Obsi Yihowaa Daangaa Qaba

Yihowaan warri Asoor Israaʼeliin akka injifatan heyyameera (2Mo 17:5, 6; it-2-E 908 key. 5)

Yihowaan sabni isaa wanta inni jibbu raawwachuu isaanii waan itti fufaniif isaan adabeera (2Mo 17:9-12; it-1-E 414-415)

Yihowaan Israaʼelotatti obsa argisiiseera, akkasumas irra deddeebiʼee isaan akeekkachiiseera (2Mo 17:13, 14)

Abbaan keenya inni samii ilmaan namootaa warra mudaa qabanitti obsa guddaa argisiiseera. (2Ph 3:9) Haa taʼu malee, kaayyoo isaa galmaan gaʼuuf, yeroo dhihootti namoota hamoo balleessuuf tarkaanfii ni fudhata. Kun sirreeffama nuu kennamu fudhachuu fi ariitiidhaan lallabuuf nu kakaasuu kan qabu maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi