LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 4
  • Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dubartii Hamtuun Aangoo Argachuuf Hawwitu ni Adabamte
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Obsi Yihowaa Daangaa Qaba
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Miira Ariitii Qabaadhaa Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera

Yihowaan yeroo beelli cimaan turetti guyyaa itti aanutti nyaanni irraa hafaan akka jiraatu dubbateera (2Mo 7:1; it-1-E 716-717)

Ajajaan waraanaa Israaʼel tokko waadaa Yihowaan galetti qoosee ture (2Mo 7:2)

Yihowaan wanti hin eegamne akka taʼu godheera (2Mo 7:6, 7, 16-18)

Hiriyoonni gaaʼelaa Dhugaa Baatota taʼan tokko kaaffee keessa taaʼanii oduu walgaʼii bulchitoonni addunyaa godhan argisiisu ilaalaa jiru. Namoonni kaaffee sana keessa jiran hundi oduu kana hordofaa jiru.

Yihowaan badiisni sirna kanaa utuu hin eegamin akkuma tasaa akka dhufu dubbateera. (1Ta 5:2, 3) Wanta Yihowaan jedherratti amantii qabaachuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi