Sadaasa Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii, Sadaasa-Muddee 2022 Sadaasa 7-13 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU “Kennaa” Sadaasa 14-20 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera Sadaasa 21-27 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Ija Jabina, Kutannoo fi Hinaaffadhaan Tarkaanfii Fudhateera AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Harʼa Boru Jechuu Dhiisuuf Maaltu Nu Gargaara? Sadaasa 28–Muddee 4 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Dubartii Hamtuun Aangoo Argachuuf Hawwitu ni Adabamte BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU “Guutummaan Mana Ahaab ni Bada”—2Mo 9:8 AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Kiristiyaanonni Carraaqqii Gochuu kan Qaban Maaliifi? Muddee 5-11 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Garaa Guutuudhaan Carraaqqii Gochuun Eebba Hedduu Argamsiisa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yihowaan Hojii Jabaannee Hojjenne ni Yaadata Muddee 12-18 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Obsi Yihowaa Daangaa Qaba AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Dhuma Sirna Kanaa Amanannaadhaan Eeggadhaa Muddee 19-25 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti? AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yeroo Ariʼatamni Isinirra Gaʼu Gammadaa Muddee 26, 2022–Amajjii 1, 2023 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Kadhannaan Yihowaan Tarkaanfii Akka Fudhatu Isa Kakaasa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yihowaan Kadhannaa Keenyaaf Iddoo Guddaa Kenna TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI Maree Fakkeenya Taʼu