Muddee 26, 2022–Amajjii 1, 2023
2 MOOTOTA 20-21
Faarfannaa 41 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Kadhannaan Yihowaan Tarkaanfii Akka Fudhatu Isa Kakaasa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Mo 21:13—Yihowaan Yerusaalemiin safaruuf tumbiitti fayyadameera yeroo jennu maal jechuu keenya? (it-2-E 240 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 21:1-15 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 4)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 6)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 08 qabxii 6 (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Kadhannaa Keenyaaf Iddoo Guddaa Kenna”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Kadhannaadhaaf Iddoo Guddaan Kenna jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 32 qabxii 5-6 fi Maal Baratte?, Irra Deebii fi Galma
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 142 fi Kadhannaa