LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 15
  • Yihowaan Kadhannaa Keenyaaf Iddoo Guddaa Kenna

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Kadhannaa Keenyaaf Iddoo Guddaa Kenna
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • ‘Isa Kadhata Namaa Dhaga’utti’ Dhihaachuun Kan Danda’amu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2006
  • Mirga Kadhannaatiif Bakka Guddaa Kenni
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • “Wanti Isin Barbaacisu Waaqayyo Duratti Akka Beekamu Godhaa”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2006
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 15
Suuraawwan garaa garaa: Obboloonnii fi obboleettonni addunyaa maratti argaman kadhachaa jiru. 1. Intalli xinnoon takka rafuu ishii dura haadha ishii wajjin siree irra teessee jirti. 2. Abbaan manaa tokko haadha manaa isaa ishii hospitaala ciistee jirtu wajjin jira. 3. Obboleessi tokko karaa dheeraa miillaan deemaa jira. 4. Obboleettii dhiphatee jirtu takka. 5. Obboleettii qoʼachuuf jettu takka. 6. Obboleessa biyya hiyyeettii taatee keessa jiraatu tokko. 7. Warra intala isaanii ishii xinnoo wajjin nyaata nyaachuuf jedhan.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Kadhannaa Keenyaaf Iddoo Guddaa Kenna

Kadhannaan fudhatama qabu ixaana urgaa gaarii qabuu fi yeroo hunda mana qulqullummaa keessatti Yihowaa duratti dhihaatu wajjin wal fakkaata. (Fr 141:2) Jaalalaa fi dinqisiifannaa qabnu, wanta nu yaaddessuu fi wanta barbaannu Yihowaatti himuudhaan, akkasumas qajeelfama akka nuu kennu kadhachuudhaan michummaa isa wajjin qabnuuf iddoo guddaa akka kenninu argisiisuu dandeenya. Yihowaan kadhannaa gabaabaa walgaʼiiwwan keenyarratti dhihaatu kutaa waaqeffannaa keenyaa akka taʼetti akka ilaalu beekamaadha. Haa taʼu malee, kadhannaa dhuunfaatti dhiheessinurratti yaadaa fi miira keenya yeroo isaaf ibsinuu fi yeroo dheeraadhaaf yommuu kadhannu Yihowaan baayʼee gammada.—Fak 15:8.

VIIDIYOO KADHANNAADHAAF IDDOO GUDDAAN KENNA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Obboleessi keenya Joonsan mirgoota akkamii argateera?

  • Obboleessi keenya Joonsan kadhannaadhaan Yihowaatti akka amanamu kan argisiise akkamitti?

  • Muuxannoo obboleessa keenya Joonsanirraa maal baratte?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi