LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 12
  • Muddee 19-25

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 19-25
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 12

Muddee 19-25

2 MOOTOTA 18-19

  • Faarfannaa 148 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Mo 19:37—Caqasni kun amanannaan Kitaaba Qulqulluurratti qabnu argannoowwan arkiyooloojiirratti kan hundaaʼe akka hin taane kan argisiisu akkamitti? (it-1-E 155 key. 4)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 18:1-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 2)

  • Haasaa: (Daq. 5) w20.11 15 key. 14—Mata Duree: Warra Ariʼatamni Irra Gaʼaa Jiruuf Kadhachuu kan Dandeenyu Akkamitti? (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 128

  • “Yeroo Ariʼatamni Isinirra Gaʼu Gammadaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammadoo Taʼuu ni Dandeenya—Ariʼatamni Nu Irra Gaʼus jedhamu taphachiisi.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 32 qabxii 1-4 fi chaartii “Abjuun Waaʼee Mukichaa Ibsu Mootummaa Waaqayyoo Wajjin kan Wal Qabatu Akkamitti?” jedhu

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 22 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi