LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 6
  • Sadaasa 28–Muddee 4

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 28–Muddee 4
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 6

Sadaasa 28–Muddee 4

2 MOOTOTA 11-12

  • Faarfannaa 59 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Dubartii Hamtuun Aangoo Argachuuf Hawwitu ni Adabamte”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Mo 12:1—Yihowaan Yoʼaas yeroo daaʼima turetti akka hin ajjeefamne kan godhe maaliifi? (it-1-E 1265-1266)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 11:1-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 4)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniif. Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 3)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 08 seensa Caalaatti Baradhuu fi qabxii 4 (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 84

  • “Kiristiyaanonni Carraaqqii Gochuu kan Qaban Maaliifi?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Kan Carraaqnu Maaliifi? (1Xi 3:1) jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 29

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 77 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi