LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 4
  • Sadaasa 14-20

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 14-20
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 4

Sadaasa 14-20

2 MOOTOTA 7-8

  • Faarfannaa 143 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Mo 8:19—Yihowaan Daawitii fi ilmaan isaatiif “ibsaa” kan kenne akkamitti? (it-2-E 195 key. 7)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 7:1-11 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kitaaba Qulqulluu—Mul 21:3, 4 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 34

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 27

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 18 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi