LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 5
  • Sadaasa 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 5

Sadaasa 21-27

2 MOOTOTA 9-10

  • Faarfannaa 126 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ija Jabina, Kutannoo fi Hinaaffadhaan Tarkaanfii Fudhateera”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Mo 10:29, 31—Dogoggora Yehuun raawwaterraa maal baranna? (w11 11/15 5 key. 6-7)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 9:1-14 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniif. Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 12)

  • Haasaa: (Daq. 5) w13 5/15 8-9 key. 3-6—Mata Duree: Hinaaffaa Yihowaa fi Yesuus Qaban Hordofaa. (th qoʼannaa 16)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 64

  • Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Harʼa Boru Jechuu: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Namni tokko harʼa boru akka jedhu kan isa taasisu maal taʼuu dandaʼa? Harʼa boru jechuu dhiisuun gammachuu kan argamsiisu maaliifi?

  • “Harʼa Boru Jechuu Dhiisuuf Maaltu Nu Gargaara?” (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 28

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 19 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi