LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 9
  • Yihowaan Hojii Jabaannee Hojjenne ni Yaadata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Hojii Jabaannee Hojjenne ni Yaadata
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Jaalala Isin Argisiistan hin Irraanfatu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Warra Tajaajila Yeroo Guutuu Keessa Jiran Yaadadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Isaan Irraa Maal Barachuu Dandeessu?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Yeroo Har’aatti Haala Kaayyoo Waaqayyoo Wajjin Walsimuun Jiraachuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 9
Suuraawwan viidiyoo “Yihowaan ni Yaadata” jedhurraa fudhataman. Suuraawwan garaa garaa: 1. Suuraa hojiin argisiisaa Deeviid Hiibshimaanii fi Aburii Biivensi beeksisa mormatti kaaʼatanii daandii Keentukii jedhamurra yeroo deeman argisiisu. Beeksisni isaan mormatti kaaʼatan haasaa “Dhugaa Isaa Fudhadhaa” jedhuu fi Jooseef Raazarfoordi dhiheessu beeksisa. 2. Obboleessi keenya Hiibshimaan miseensota Koree Waajjira Damee Guwaatimaalaa wajjin walgaʼii gochaa jira. 3. Obboleessi keenya Hiibshimaan walgaʼii guddaa tokkorratti obbolootaa fi obboleettota wajjin suuraa kaʼaa jira.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Hojii Jabaannee Hojjenne ni Yaadata

Yeroo tokko tokko namoonni wanta isaaniif goone utuu hin dinqisiifatin hafuu ykn dafanii irraanfachuu dandaʼu. Yihowaan hoo wanta isaaf goone ni irraanfataa? Waaqni keenya inni baayʼee nu dinqisiifatu carraaqqii garaa guutuudhaan isa tajaajiluuf goone matumaa hin irraanfatu. Yeroo haalli fayyaa keenyaa wanta raawwannu nu jalaa daangessutti illee inni nu hin gatu.—Ibr 6:10.

VIIDIYOO YIHOWAAN NI YAADATA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Obboleessi keenya Hiibshimaan gosoota tajaajilaa adda addaarratti Yihowaadhaaf jabaatee kan hojjete akkamitti?

  • Yihowaan obboleessi keenya Hiibshimaan haati manaa isaa erga duutee fi sababa dullumaatiin wanti inni raawwatu erga daangeffamee booda akka isa yaadatu kan argisiise akkamitti?

  • Jireenyi obboleessi keenya Hiibshimaan tajaajila yeroo guutuu keessatti dabarse sooressa kan isa godhe akkamitti?—Fak 10:22

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi