LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 4
  • Yihowaan Jaalala Isin Argisiistan hin Irraanfatu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Jaalala Isin Argisiistan hin Irraanfatu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Maanguddoota Amanamoo Taʼaniif Iddoo Guddaa Kennaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Yihowaan Maanguddoota Isa Tajaajilaniif Garaadhaa Ni Yaada
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Dargaggoota Gumii Keessa Jiraniif Iddoo Guddaa Kennaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • ‘Wantoota Sana Namoota Amanamoo Taʼaniitti Imaanaadhaan Kenni’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Jaalala Isin Argisiistan hin Irraanfatu

VIIDIYOO YIHOWAAN JAALALA ISIN ARGISIISTAN HIN IRRAANFATU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA GAAFFIIWWAN ARMAAN GADIITIIF DEEBII KENNAA:

  • Dullumni rakkoowwan akkamii geessisa?

  • Maanguddoonni yeroo baayʼee amala gaarii akkamii qabaatu?

  • Maanguddoo yoo taatan, yaanni Lewwoota 19:32 fi Fakkeenya 16:31 irratti argamu kan isin jajjabeessu akkamitti?

  • Yihowaan tajaajiltoota isaa warra sababii dullumaatiin tajaajilli isaanii jalaa daangeffame akkamitti ilaala?

  • Yihowaan erga dulloomnee booda illee maal akka goonu barbaada?

  • Maanguddoonni dargaggoota gargaaruu kan dandaʼan akkamitti?

  • Obboleessi ykn obboleettiin maanguddoon dhiheenyatti kan si jajjabeessan akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi