LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 5
  • Yihowaan Nama Hundumaaf Akka Hojii Isaatti Deebisee ni Kaffala

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Nama Hundumaaf Akka Hojii Isaatti Deebisee ni Kaffala
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qabiyyee Ermiyaas
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Ebeed-Melek—Nama Ija Jabinaa fi Gaarummaa Argisiisuudhaan Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 5

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | ERMIYAAS 39-43

Yihowaan Nama Hundumaaf Akka Hojii Isaatti Deebisee ni Kaffala

Zedeqiiyaan qajeelfama Yihowaa warra Baabilonitti harka akka kennuuf isaaf kenname fudhachuu dide

39:4-7

  • Ilmaan Zedeqiiyaa ija isaa duratti ajjeefaman. Isa booda innis iji isaa erga baafamee booda funyoo sibiilaatiin hidhamee gara Baabilonitti geeffame, hanga guyyaa itti duʼeetti achuma mana hidhaa keessa ture

    Zedeqiiyaa Mootichi Yihowaadhaaf ajajamuu waan dideef iji isaa baafamee fi funyoo sibiilaatiin hidhamee adabame

Ebeed-Melek Ermiyaas raajichaaf akka yaadu argisiisuudhaan Yihowaatti akka amanamu argisiiseera

39:15-18

  • Yihowaan, yommuu Yihudaan balleeffamtutti Ebeed-Melekiif eegumsa gochuuf waadaa galeera

    Ebeed-Melek ija jabinaan Zedeqiiyaa Mootichatti dhihaate, yeroo Yihudaan balleeffamtutti eegumsa argateera

Ermiyaas Yerusaalem baduu ishii dura waggoota hedduudhaaf ija jabinaan lallabeera

40:1-6

  • Yihowaan yommuu Yerusaalem marfamte Ermiyaasiif eegumsa godheera; warri Baabilon akka bilisa isa baasaniifis haala mijeesseera

    Ermiyaas ija jabinaan lallabeera,yeroo Yerusaalem marfamtetti wanta nyaatu argateera
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi