LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 4
  • Caamsaa 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 4

Caamsaa 15-21

ERMIYAAS 39-43

  • Faarfannaa 150 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Nama Hundumaaf Akka Hojii Isaatti Deebisee ni Kaffala”: (Daq. 10)

    • Er 39:4-7—Zedeqiiyaan Yihowaadhaaf ajajamuu diduun isaa rakkina isatti fideera (it-2-E 1228 key. 4)

    • Er 39:15-18—Yihowaan Ebeed-Melek akka Isatti amanamu argisiisuu isaa akka dinqisiifatu argisiise (w12-AM 5/1 31 key. 5)

    • Er 40:1-6—Yihowaan, Ermiyaas isa tajaajilaa isaa amanamaa taʼeef kunuunsa godheera (it-2-E 482)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 42:1-3; 43:2, 4—Dogoggora Yohaannaan irraa maal baranna? (w03-AM 5/1 10 key. 10)

    • Er 43:6, 7—Yaada caqasa kanaa irraa barumsa gaarii akkamii arganna? (it-1-E 463 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 40:11–41:3

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Isa 46:10—Dhugaa Barsiisaa. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 12:7-9, 12 —Dhugaa Barsiisaa. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 153 key. 19-20—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 138

  • “Yihowaan Jaalala Isin Argisiistan hin Irraanfatu” (Far 71:18): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yihowaan Jaalala Isin Argisiistan hin Irraanfatu jedhu argisiisuudhaan jalqabi (PROGRAMS AND EVENTS jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 6 key. 1-7 fi “Kutaa 2​—Mootummicha Lallabuu—Misiraachicha Addunyaa Maratti Babalʼisuu”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 64 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi