LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 2
  • Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Elsaa’i Konkolaataa Ibiddaa Argeera—Atoo?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • “Ilma Kee Fudhadhu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Leenjii Buʼa Qabeessa Taʼe
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 2
Eelsaaʼi fardeenii fi gaariiwwan fardaa ibiddaa raayyaa waraanaa Sooriyaatti marsee jiru tajaajilaa isaa isa ajaaʼibsiifamee jirutti argisiisaa jira.

Eelsaaʼi tajaajilaa isaatiin, ‘Warra isaanii wajjin jiran irra warra nuu wajjin jirantu caala’ jechaa jira.—2Mo 6:16

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA

Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala

Eelsaaʼii fi tajaajilaan isaa diinotaan marfamanii turan (2Mo 6:13, 14; it-1-E 716 key. 4)

Eelsaaʼi tasgabbaaʼee itti fufeera, tajaajilaa isaas jajjabeesseera (2Mo 6:15-17; w13 8/15 30 key. 2; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Yihowaan dinqiidhaan Eelsaaʼii fi tajaajilaa isaa oolcheera (2Mo 6:18, 19; it-1-E 343 key. 1)

Poolisoonnii fi loltoonni daandiirra guutanii utuu jiranii Yesuusii fi raayyaan isaa samiirratti argamu isaan ilaalaa jiru. Obboleessi tokko Dhugaa Baatonni lama gara mana tokkootti akka baqatan isaan gargaaraa jira.

Mormitoonni keenya Yihowaa caalaa humna hin qaban. Wanta addunyaa hafuuraa keessatti raawwatamaa jiruu fi Yihowaan saba isaa eeguuf maleekotatti akkamitti akka fayyadamu yeroo yaaddu wanta akkamiitu gara sammuu keetti dhufa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi