BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ilma Kee Fudhadhu”
Dubartiin Shunaam akka gaariitti Eelsaaʼiin keessummeessiteetti (2Mo 4:8-10)
Yihowaan ilma ishiidhaaf kennuudhaan ishii eebbiseera (2Mo 4:16, 17; w17.12 4 key. 7)
Yihowaan Eelsaaʼitti fayyadamee ilma ishii duʼaa kaaseera (2Mo 4:32-37; w17.12 5 key. 8)
Ilma ykn intala kee duʼaan dhabuu keetiin kan kaʼe gaddaa jirtaa? Yihowaan gadda kee ni hubata. Yeroo dhihootti immoo nama jaalattu sana duʼaa kaasa. (Iyo 14:14, 15) Guyyaan sun guyyaa baayʼee gammachiisaa taʼa!