LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 6
  • Yihowaatti Kooluu Galaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaatti Kooluu Galaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Lubbuun Namaa Yihowaa Duratti Gatii Guddaa Qaba
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaatti Kooluu Galtaniittuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • “Ilma Kee Fudhadhu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaatti Kooluu Galaa

Israaʼel keessatti namni utuu itti hin yaadin nama ajjeese baqatee kooluu akka itti galuuf magaalonni jaʼa qopheeffamanii turan (Lak 35:15; w17.11 9 key. 4)

Jaarsoliin Israaʼel dhimma kaʼu hundumaa irratti murtii kennu turan (Lak 35:24; w17.11 9 key. 6)

Magaalonni baqatanii kooluu itti galan eegumsa argamsiisu turan (Lak 35:25; w17.11 11 key. 13)

Akkuma namni utuu hin beekin nama ajeesse magaalaa baqatanii kooluu itti galan seenee eegumsa argachuuf aarsaa kaffalu nutis gara laafinaa fi araara Waaqayyoo irraa fayyadamuuf aarsaa kaaffaluu qabna.

Dargaggeessa baayʼee gaddaa jiru tokko. Fakkiiwwan garaa garaa: Araara Yihowaa barbaaduu. 1. Israaʼel durii keessatti cubbamaan yaada geddarate tokko karra magaalattii fuulduraatti dhimmaa isaa jaarsolitti himachaa jira. 2. Dargaggeessi gaddaa turee sun yaada geddaratee jaarsolii lamaa wajjin haasaʼaa jira.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi