LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Adoolessa ful. 7
  • Lubbuun Namaa Yihowaa Duratti Gatii Guddaa Qaba

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Lubbuun Namaa Yihowaa Duratti Gatii Guddaa Qaba
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaatti Kooluu Galaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • “Ilma Kee Fudhadhu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Yihowaan Akkamitti Akka Isa Waaqeffannu Barbaada
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Adoolessa ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Lubbuun Namaa Yihowaa Duratti Gatii Guddaa Qaba

Gara magaalota itti baqatanii dhaquun salphaa ture (Kes 19:2, 3; w17.11 14 key. 4)

Magaalonni itti baqatan dhiiga namaatiin akka itti hin gaafatamne Israaʼelotaaf eegumsa godhu turan (Kes 19:10; w17.11 15 key. 9)

Obboleessa tokkoof jibba qabna taanaan, jibbi kun gara dhiiga dhangalaasuutti nu geessuu dandaʼa (Kes 19:11-13; it-1-E 344)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Karaawwan ilaalcha Yihowaan lubbuudhaaf qabu akkan qabu argisiisuu itti dandaʼu kamfaʼi?’

Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Obboleessa konkolaataa oofaa ergaa ergaa jiru. 2. Obboleessumti kun konkolaataa isaa dhaabee ergaa ergaa jira.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi