LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Adoolessa ful. 2
  • Yihowaan Akkamitti Akka Isa Waaqeffannu Barbaada

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Akkamitti Akka Isa Waaqeffannu Barbaada
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qajeelfama Murtii Qajeelaa Kennuuf Gargaaru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Seerichi Yihowaan Dubartootaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Lubbuun Namaa Yihowaa Duratti Gatii Guddaa Qaba
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Adoolessa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Akkamitti Akka Isa Waaqeffannu Barbaada?

Israaʼelonni garaa guutuu fi lubbuu guutuudhaan Yihowaadhaaf akka ajajaman, akka isa jaallatanii fi akka isa tajaajilan irraa eegama ture (Kes 11:13; it-2-E 1007 key. 4)

Wanti waaqeffannaa sobaa wajjin walitti dhufeenya qabu kam iyyuu guutummaatti balleeffamuu qaba ture (Kes 12:2, 3)

Namni hundi iddoo Yihowaan filatetti waaqeffachuu qaba ture (Kes 12:11-14; it-1-E 84 key. 3)

Yihowaan sabni isaa lubbuu guutuudhaan akka isa waaqeffatan, waaqeffannaa sobaa hundumaa irraa akka fagaatan, akkasumas tokkummaa akka qabaatan barbaada.

Suuraawwan garaa garaa: Namoota akkaataa isa waaqeffataniin Yihowaa gammachiisaa jiran. 1. Obboleettiin maanguddoo takka nama ishii kununsituuf dhugaa baʼaa jirti. 2. Namichi tokko miʼa hafuurota xuraaʼoo wajjin wal qabatan gubaa jira. 3. Obboleettonni sanyii garaa garaa qaban sadii walgaʼii biyyoolessaa hirmaachaa jiru.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi