LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Adoolessa ful. 10
  • Seerichi Yihowaan Dubartootaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seerichi Yihowaan Dubartootaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Akkamitti Akka Isa Waaqeffannu Barbaada
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Qajeelfama Murtii Qajeelaa Kennuuf Gargaaru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • ‘Irree Yihowaa Isa Bara Baraa’ Jalatti Kooluu Galaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Adoolessa ful. 10
Dubartiin Israaʼel takka qaarmii funaannachaa jirti.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Seerichi Yihowaan Dubartootaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?

Namni fuudhe tokko hamma waggaa tokkootti haadha manaa isaa kophaatti dhiisee raayyaa waraanaa keessa hin tajaajilu ture (Kes 24:5; it-2-E 1196 key. 4)

Dubartoonni abbaan manaa irraa duʼe kunuunsa ni argatu turan (Kes 24:19-21; it-1-E 963 key. 2)

Dubartoonni abbaan manaa irraa duʼee fi ijoollee hin godhanne carraa ijoollee godhachuu itti dandaʼan ni argatu turan (Kes 25:5, 6; w11 4/1 31)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Maatii koo keessattis taʼe gumii keessatti dubartootaaf akkan yaaduu fi akkan isaan kabaju argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi