LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 2
  • ‘Irree Yihowaa Isa Bara Baraa’ Jalatti Kooluu Galaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Irree Yihowaa Isa Bara Baraa’ Jalatti Kooluu Galaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Seerichi Yihowaan Dubartootaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Qajeelfama Murtii Qajeelaa Kennuuf Gargaaru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Akkamitti Akka Isa Waaqeffannu Barbaada
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 2
Obboleessi maanguddoon tokko yommuu Kitaaba Qulqulluu dubbisu raayyaan waraanaa Gibxii Galaana Diimaa keessatti yeroo balleeffaman yaadaan ilaalaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Irree Yihowaa Isa Bara Baraa’ Jalatti Kooluu Galaa

Yihowaan naamusa qulqulluu qabaannee akka jiraannu barbaada (Kes 33:26; it-2-E 51)

Yihowaan humna isaatti fayyadamee nu gargaaruuf fedhii qaba (Kes 33:27; rr 120, saanduqa)

Akkuma Musee nutis Yihowaan akka nu fayyisu itti amanamuu qabna (Kes 33:29; w11 9/15 19 key. 16)

Irreen Yihowaa inni bara baraa qorumsa adda addaa keessatti nu gargaara. Qorumsawwan kunis dhukkuba, dhiphina, gaddaa ykn yommuu balleessaa hojjennee yaada geddarannu kan dabalatani dha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi