Fulbaana Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii, Fulbaana-Onkoloolessa 2021 Fulbaana 6-12 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU ‘Irree Yihowaa Isa Bara Baraa’ Jalatti Kooluu Galaa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Birooshuraa fi Kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! Jedhaman Tajaajila Keessan Irratti Fayyadamaa Fulbaana 13-19 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti? AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Dandeettii Hubannaa Keessanii Leenjisuu Itti Fufaa Fulbaana 20-26 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Yihowaan Hojii Amantiidhaan Raawwatamu ni Eebbisa TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRAA ARGATTAN GUDDIFADHAA Meeshaalee Qorannootti Fayyadamaa Fulbaana 27–Onkoloolessa 3 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Wantoota Gatii hin Qabne Irraa Fagaadhaa Onkoloolessa 4-10 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Barumsa Seenaa Gibeʼonotaa Irraa Argannu Onkoloolessa 11-17 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRAA ARGATTAN GUDDIFADHAA Gargaarsa Obbolootaa Fudhadhaa Onkoloolessa 18-24 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Garaa Guutuudhaan Yihowaa Hordofaa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yeroo Hunda Yihowaa Sammuutti Qabadhaa Onkoloolessa 25-31 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Dhaala Keessan Isa Gatii Guddaa Qabuuf Eegumsa Godhaa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Addunyaa Gaariin Akka Dhihaate Misiraachoo Himaa! TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI Maree Fakkeenya Taʼu