LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 9
  • Onkoloolessa 4-10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 4-10
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 9

Onkoloolessa 4-10

IYYAASUU 8-9

  • Faarfannaa 127 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Barumsa Seenaa Gibeʼonotaa Irraa Argannu”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iya 8:29—Mootiin Aay muka irratti kan fannifame maaliifi? (it-1-E 1030)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 8:28–9:2 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistuuf waraqaa affeerrii walgaʼii gumii kenniifiitii, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 11)

  • Haasaa: (Daq. 5) lfb barumsa 31—Mata Duree: Kakuu Iyyaasuun Gibeʼonotaa Wajjin Gale Irraa Maal Baranna? (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 143

  • Gad of Qabaa (1Phe 5:5): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Pheexirosii fi Yohaannis qajeelfama Yesuus Ayyaana Faasikaa ilaalchisee kenne kan hordofan akkamitti? Yesuus galgala duʼuu isaa dura turetti waaʼee gad of qabuu maal barsiise? Pheexirosii fi Yohaannis barumsa kana akka fudhatan akkamitti beekna? Akka gad of qabnu karaawwan kamiin argisiisuu dandeenya?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 14 key. 15-20

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 59 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi