LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 8
  • Fulbaana 27–Onkoloolessa 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 27–Onkoloolessa 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 8

Fulbaana 27–Onkoloolessa 3

IYYAASUU 6-7

  • Faarfannaa 144 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Wantoota Gatii hin Qabne Irraa Fagaadhaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iya 6:20—Magaalaan Yerikoo ishii durii yeroo dheeraadhaaf utuu hin marfamin akka injifatamte ragaan argisiisu maali dha? (w15 11/15 13 key. 2-3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 6:1-14 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 01 qabxii 3⁠ffaa (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 121

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 5) Viidiyoo jiʼa Fulbaanaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Taʼe Jedhanii Ajajamuu Diduun Miidhaa Geessisa: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Abdii Waaqayyo Kenne Keessaa Tokko Illee Lafa Buʼee hin Hafne’—Gabaabfamee kan Fudhatame jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Yihowaan Yerikoo ilaalchisee ajaja ifa taʼe akkamii kenne? Aakaanii fi maatiin isaa maal godhan? Maaliif? Seenaan kun maal nu barsiisa? Guutummaa viidiyichaa akka ilaalan jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 14 key. 8-14 fi saanduqa 13A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 88 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi