LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 12
  • Onkoloolessa 18-24

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 18-24
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 12

Onkoloolessa 18-24

IYYAASUU 12-14

  • Faarfannaa 69 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Garaa Guutuudhaan Yihowaa Hordofaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iya 13:2, 5—Dhugama Israaʼelonni “biyya Geebaalotaa” fudhataniiru? (it-1-E 902-903)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 12:7-24 (th qoʼannaa 5) 

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, barumsa 01 qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 20)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 01 qabxii 5⁠ffaa (th qoʼannaa 18)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 84

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • “Yeroo Hunda Yihowaa Sammuutti Qabadhaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Garaa Guutuudhaan Yihowaadhaaf Hojjedhaa jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr kutaa 4, boq. 15 key. 1-7 fi viidiyoo beeksisaa

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 32 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi