LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 4
  • Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Hojii Amantiidhaan Raawwatamu ni Eebbisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Wal Caalchisu Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Iyyaasuu jedhamu taphachiisi.]

Dubbii Waaqayyoo qoʼadhu, akkasumas hojii irra oolchi (Iya 1:7, 8; w13 1/15 8 key. 7)

Yommuu fedha isaa raawwatutti Yihowaatti amanami (Iya 1:9; w13 1/15 11 key. 20)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Obboleessi tokko yeroo boqonnaa laaqanaatti nama isaa wajjin hojjetuuf lallabaa jira. 2. Obboleessi tokko yommuu poolisoonni isaa qoratanitti amanamummaa isaa eegee itti fufeera.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Ija jabinni Waaqayyo biraa argamu kan na barbaachisu haalawwan akkamii keessatti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi