LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 11
  • Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Wal Caalchisu Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Hojii Amantiidhaan Raawwatamu ni Eebbisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • “Waaqa Keessan Yihowaatti Amanaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 11

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa

Senaaheriib Yihudaa weeraree fi Yerusaalemiin sossodaachisee ture (2Se 32:1; it-1-E 204 key. 5)

Hisqiyaas Yerusaalemiin eeguuf tarkaanfii qabatamaa taʼe tokko tokko fudhateera (2Se 32:2-5; w13 11/15 19 key. 12)

Hisqiyaas wantoota dubbateen saba Waaqayyoo jajjabeessera (2Se 32:6-8; w13 11/15 19 key. 13)

Obboloonni miʼoota gargaarsaa haadhaa fi intala tokkoof geessaa jiru.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yeroowwan rakkisoo taʼanitti obboloota koo gargaaruu kanan dandaʼu akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi