LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 11
  • Waxabajjii 12-18

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 12-18
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 11

Waxabajjii 12-18

2 SEENAA BARAA 32-33

  • Faarfannaa 103 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Se 33:15, 16—Fakkeenya Minaasee irraa maal barachuu dandeenya? (w21.10 4 key. 11-12)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 32:1-15 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Yaada fuula dhumaa Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu irra jiru mariisisi, achiis qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenniif. (th qoʼannaa 17)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 10 qabxii 5 (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 36

  • “Gantummaa Irraa Of Eegaa”: (Daq. 10) Marii fi viidiyoo.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 48 qabxii 1-4

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 90 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi