LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 10
  • Walitti Qabamuun Nuuf Gaariidha

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Walitti Qabamuun Nuuf Gaariidha
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mala Gaarii Yihowaan Laficha Itti Hihhire
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Dhaala Keessan Isa Gatii Guddaa Qabuuf Eegumsa Godhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Saba Isaa Adda ni Baasa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 10

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Walitti Qabamuun Nuuf Gaariidha

Hisqiyaas Yerusaalemitti Ayyaana Faasikaa guddaa qopheessee ture (2Se 30:1; it-1-E 1103 key. 2)

Mormiin jiraatus namoonni hedduun ayyaanicha irratti hirmaataniiru (2Se 30:10, 11, 13; it-1-E 1103 key. 3)

Gammachuu guddaa argataniiru, akkasumas Yihowaa tajaajiluuf kakaʼanii turan (2Se 30:25–31:1; it-1-E 1103 key. 4-5)

Galma Walgaʼiitti obboleettonni lama gammachuudhaan wal hammachaa jiru. Hirmaattonni hundi maaskii godhatanii jiru.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Rakkinni utuma jiruu walgaʼiiwwan gumii fi walgaʼiiwwan guguddaa irratti argamuudhaan kanan fayyadame akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi