LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 2
  • Wal Caalchisu Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wal Caalchisu Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Hojii Amantiidhaan Raawwatamu ni Eebbisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Amalawwan Yihowaatiif Dinqisiifannaa Guddaa Qabaadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 2
Ijoolleen durbaa Zelofehaad shanan dunkaana Walgaʼii fuulduratti dhimma isaanii Musee duratti dhiheeffachaa jiru.

Ijoolleen durbaa Zelofehaad dhaala abbaa isaanii gaafachaa jiru

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wal Caalchisu Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa

Ijoolleen durbaa Zelofehaad shanan dhaala abbaa isaanii argachuu barbaadanii turan (Lak 27:1-4; w13 6/15 10 key. 14; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Yihowaan utuu wal hin caalchisin murtoo kenneera (Lak 27:5-7; w13 6/15 11 key. 15)

Nutis namoota wal caalchisuu hin qabnu (Lak 27:8-11; w13 6/15 11 key. 16)

Obboloota keenyatti kabajaa fi jaalala amanamaa argisiisuudhaan, akkasumas namoota haala gara garaa keessatti argaman hundaaf lallabuudhaan akkuma Yihowaa namoota akka wal hin caalchisne argisiisuu dandeenya.

Suuraawwan garaa garaa: Karaawwan akka wal hin caalchisne itti argisiisnu. 1. Michoonni umurii garaa garaa irra jiranii fi bifa garaa garaa qaban shan mana tokkotti nyaata waliin nyaachaa yeroo waliin dabarsaa jiru. 2. Hiriyoonni gaaʼelaa tokko buufata baqattootaa biratti nama sanyii isaanii irraa adda taʼeef lallabaa jiru.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi