Luboonni Taabota baatanii yommuu Laga Yordaanos keessa seenaan
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaan Hojii Amantiidhaan Raawwatamu ni Eebbisa
Akka ilaalcha namaatti qajeelfamni Yihowaa ogummaa kan hin qabne fakkaachuu dandaʼa (Iya 3:12, 13; it-2-E 105; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)
Qajeelfama hordofuu irratti dhiironni muudaman dursa fudhachuu qabu (Iya 3:14; w13 9/15 16 key. 17)
Yihowaan tarkaanfii kutannoodhaan fudhatamu ni eebbisa (Iya 3:15-17; w13 9/15 16 key. 18)
Fayyaan ykn haalli keenya kan daangeffame yoo taʼe illee yommuu lallabuuf dursa fudhannutti Yihowaan wanta ittiin nu eebbisu argata.