Onkoloolessa 31–Sadaasa 6
2 MOOTOTA 3-4
Faarfannaa 151 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ilma Kee Fudhadhu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Mo 4:38—“Ilmaan raajotaa” kan jedhaman eenyu taʼuu dandaʼu? (it-2-E 697 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 3:1-12 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 17)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 20)
Haasaa: (Daq. 5) w13 8/15 28-29—Mata Duree: Tajaajila Qulqulluu Yeroo Dhiheessitutti Akkuma Eelsaaʼi Gad Of Qabu kan Dandeessu Akkamitti? (th qoʼannaa 15)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Hanga Duʼaa Kaʼuun Dhugoomutti”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Nama Jaallannu Yeroo Duʼaan Dhabnu jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 25
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 139 fi Kadhannaa